Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Baqannaa Itiyoophiyaa

Waraansa naannoo Tigiraay keessatti deemaa jiru dheessuudhaan kanneen buufata baqattootaa daangaa Sudaanii fi Itiyoophiyaa irra jiru Um-Raakoobaa keessa buufatan baqattoonni mi’a gargaarsaa fudhachuuf toora galanii eeggataa jiru.

Rakkoo Baqattota Itiyoophiyaa

Mootummaa Itiyoophiyaa fi hoogganoota ABUT gidduutti waraansi ka’ee fi rakkoon namoomaa sanaan wal-qabatee dhufe, Gaanfa Afrikaa akka rakkoo wal-xaxaa keessa hin buusne sodaatamaa jira.

Rakkoo Baqattota Itiyoophiyaa +

Walitti bu'iinsa Naannoo Tigraay keessaa

Ibsitu - Walitti Bu'iinsa Tigraay Keessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:38 0:00

Baqattoota Itiyoophiyaa mooraa baqattootaa namoota wal-waraansa naannoo Tigraay dheeffaniif dahoo ta’e Um Rakuubaa keessatti nyaata fudhachuuf hiriiran.

Karaa Baqattoonni Itiyoophiyaa gara Sudaan seenan

Sab-lammoota Itiyoophiyaa Guguddoo

(Lakkoobsa Uummataa Bara 2007 Irrratti Kan Hundaa’e)

Baqattuu Itiyoophiyaa Saalem Gebredaanos daa’ima ishii erga dhalattee reefu guyyoota 22 wajjin, mooraa baqattootaa yeroo Ganda 8 jedhamu, lammiiwwan Itiyoophiyaa wal-waraansa naannoo Tigraay keessaa dheeffan simatu naannoo daangaa Sudaan fi Itoophiyyaa jiru keessatti.

Waa’ee rakkoo baqattootaa gabaasaalee dabalataa argachuuf marsaalee kana daawwadhaa.

VOA News: Oduu VOA
VOA Amharic: VOA Afaan Amaaraa
VOA Tigrigna: VOA Afaan Tigiree

XS
SM
MD
LG